Breaking news! Sanyiin Elemoo Qilxuu Seenaa hojjataniiru!!!

#Breaking_news! Sanyiin Elemoo Qilxuu Seenaa hojjataniiru!

Milishoota Hararghee Aanoota gara garaa keessatti Leenjii xumuranii gara Lixa Oromiyaa fi Kibba Oromiyaatti ergaman keessa Namni 70 hidhannoo guutuu waliin WBOtti makamaniiru! Gara Milishootaafi Poolisii humna addaa Oromiyaatiin seenaan hojjatamaa jira!! Amma Ijoollee Oromoo Raayyaa ittisa Biyyaa keessa jira eeggaa jirra!! Dhaamsa Milishoota gara qabsoo haqaa WBOtti Ida’amani keessa; Nuti “Shiftaa Shanee” balleessa jadhanii gara Lixa fi Kibba nu ergan nuti eejjannoo mataa keenyaa fudhanneen gara WBOtti Makamne Ijoollee Oromoo Poolisii Oromiyaa, Humna Addaa Oromiyaa, Milishaa gandaa, Raayyaa ittisa Biyyaa keessa jirtan akka gara Qabsoo haqaa WBOtti dabalamtanii Bilisummaa Oromoof Walabummaa Oromiyaa mirkaneessinu dhaamsa Oromummaa isiniif goona!!
Barana taatu Filannoon!! Diddu hidhannoon Mootummaa ummata Oromoo hundeessuun Dirqama!! Barri bara qabsooti qabsoon kan Oromiyaati Oromiyaan kan Oromooti!! Warri gara qabsoo haqaatti dabalamtan mirgaan galaa!!
Injifannoon kan ummata Oromooti!!


Maaramee Harqaa WBO n yoona ni garmaama

#Akeekkachiisa!:
Leenca kana yeroo gabaabaa keessatti lakkisaa
Ta’uu baannan WBOn bakakkaasaa sinitti roobsaa!.

Faaruu Alaabaa oromoo.


New Oromo Music 2020 Caalaa Daaggafa Habashaf Sodomtee Saba Gallafate New 2020 Songs

Gammachuu Fufaa /New Oromoo Music /Fifniine Qabsoon/ Ethiopian 2020 video clip/

WBOn Abdiif Gaachana ummata oromoot July17

WBO,n dhiigaa kootii

Humnaaf qawwee qabaniin Saba keenyattii roorriisanii bohichaaf yeroo nu laataniitti, warrii Gama biraan dhukkee irraa kaasee , laffarra ciciibsuun keessa nu qabbaneessuu qabna.

Ijoollee Jaal Gollicha Dhengee

WBO’n ZOONII KIBBAA AMAJJI 1/2020 YOMMUU KABAJU.