Breaking news!! Paartii Nafxega Bilxiginnaa wal nyaachaa jirti!!

Breaking news!! Paartii Nafxega Bilxiginnaa wal nyaachaa jirti!!

Ganama kana Shimalis Abdiisaa marii gabaabdu Taayyee, Addisu, fiqaaduu Tasammaa waliin erga godhe booda Taayyee Danda’aa akka gara Magaalaa Naqamtee deemee bulchoota godinoota afran Wallaggaa fi kaadirootafi dabballoota leenjisu murteessan!! ~ Taayyee garuu “ani Wallaggaa hin deemu,

~ kuni deemi ajjeefami jadhuudha malee hojii miti,
~ Naqamteetti deemuu irra Aangoo gadi dhiisuutu irra salphaadha,
~ bulchoonni godina gara Finfinnee dhufuu qaban ati gara Wallagga deem jachuun “Shaneef” haala mijjeessa jirtan malee ajjeecha tiyya qopheessa jirtan jachuun Taayyeen waltajjicha dhiite bahe!! onneen Taayyee Facebook qofaani mee ummata biraan ga’i” Taye Dendea Aredo ajaja gooftoota keetii fudhuu gara Wallaggaa deemikaa
Onneen Facebook irraa eessa kutte Taayyee? 

Via: Shukuradin Jamal


AMMEE!! Embassy biyyoota Addunyaa Finfinneetti argamu dhimma dhibee Koronaa Vaayrasii irratti hubannoo guddaa ummata Biyyattiifi namni kenna jiru;
1, Jawar Mohammed, fi Akka Media Xoophiyaa keessa jiruutti Afaanoota bayyeen Miidiyyaan hubannoo ummata Biyyattiif kenna jiru Oromia Media Network jachuun beekamtii addaa kananiifii Jawar fi OMN EMBASSY Addunyaa Galateeffacha jiran!!
Keenya oluma! Oromoo koo!
Jawar fi OMN nu boonsitanii Galatoomaa


Dr Mararaa Guddinaa Oromoo hundi galateeffachuu qabna!!
~Namni waltajjii irratti hidhamtoonni siyaasaa Oromiyaa fi Federaalaatti hidhamani jiran hundi yoo gadi lakkifaman malee waltajjii dhimma dhibee Koronaa Vaayrasii irratti gaggeessuun bu’a tokko hin qabu,
~ Ummata Koronaa Vaayrasii Caalaa Waraana Agaaziitu ummata fixaa jira jadhee Abiy Ahmed harka walitti marachiise Dr Mararaa Guddinaati!!
Oromoo Dr Mararaa Guddinaan Galatoomi jadhaan?

Shukshukta (ሹክሹክታ) – ታከለ ተጠምደዋል – ከንቲባውን “የማሰናበት” ዘመቻ | Takele Uma | PP| Addis Ababa | Dr Abiy

AGM: Ethiopiatti Namni Koroonan Qabamae 71 Gahuu fi Oduulee Jajjaboo