BREAKING NEWS ODUU VOA AFAAN OROMO EBLA 10/2019

BREAKING NEWS ODUU VOA AFAAN OROMO EBLA 10/2019


Breaking News
Qarashiin Miliyoonni 26 fi Meeshaan Waraanaa hedduun hokkaraaf kan oolu Dhaaba ABIN jedhee of waamuun kan qindeeffamee Uummata Walloo gaaga’ama lubbuuf akka saaxilaman kan haala mijeessuuf ergame to’atame.

Oromiya Biyyako


#Wello_University
————
Barataa Magarsaa Suufiyaan jedhama, dhalataa #Harargee #Bahaa Aanaa Kaarramiilleeti. Yuniversitii Wallootti barataa waggaa 3ffaati. Guyyaa har’aa liyyuu haayiliin naannoo Amaaraa fi barattootni dhaloota Amaaraa waliin tahuun akkasitti isa rukutan. Galgala kana jeequmsa guddaatu jira jedhu. Ijoolleen keenya nannoo Amaaraa keessa jirtan of eeggadhaa!¡

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.