Breaking News! ODUU AMMEE!!Garee Bilxiginnaa gaaffii Barattoota deebisu dhiiftee ukkaamsuu filattee jirti

#Breaking_news#ODUU_AMMEE!!
Kun Shira guddaadha!
Dhaga’aa wal dhageesisaa?
Garee Bilxiginnaa gaaffii Barattoota deebisu dhiiftee ukkaamsuu filattee jirti
“Abiy Ahmed Ali University afur (4) irratti murtii yeroof akka cufaman dabarsee jira
~Wallaggaa University
~ Amboo University
~ Danbii Doolloo University
~ Dirree Dhawaa University
University Dirree Dhawaa Barattoota gaggeesse jira! Wallaggaa guyyaa har’a Barattoonni mooraa akka gadi dhiisan beeksisni bahee jira! Amboofi Dambii Doolloo University boru Barattoonni mooraa akka gadi dhiisan beeksisa ni baasu jadhama jira gochi kun Shira Barattoota Oromoo irratti hojjatamaa jiruudha hatattamaan maxxansi ummata Oromoo Bal’aan Mootummaa Gabroomfataa kana dura akka dhaabatuuf qileensa irra oolchi”

Shira kana Fashaleessa?
Barattoota keenyaaf Sagalee haa taanuufi?
Waliif Dabarsaa?

Shukuradin Jamal


#Breaking_News
#Amboo
Mudde 30/2019

Barattoonni maqaan isaani armaan gaditti caqafame Mooraa Yunivarsiitii Amboo Damee Awwaarootti reebicha Poolisii Federaalaa fi Poolisii Oromiyaan Yeroo ammaa kana Hospitaalatti guuramaa jiru. Barattoonni hedduun yaala dhorkamanii akka tumamaa jiran odeessi arganne ni addeessa.

Maqaa Barattoota Hospitaala Riferaala Amboo jiran

1. Firaa’ol Walda Sanbat —– Waggaa 1ffaa Pre- Engineering

2. Gammachuu Indaaluu—- Waggaa 5ffaa AGE Diipartimantii

3. Dhiibnas Shorshaa—– Waggaa 3ffaa IT

4. Daawwit Taammiruu—– Waggaa 3ffaa ECE Diipartimantii

5. Mikri’aab Akaaluu—- Waggaa 1ffaa Pre Engineering

6. Daagim Tashoomee —- Waggaa 3ffaa Computer Science

7. Jibriil Mohaammed—– Waggaa 3ffaa Computer Science

8. Gizaachoo Binoor—– Waggaa 1ffaa Pre Engineering”


Alemneh Wase BeZehabesha – 14 (አለምነህ ዋሴ በዘ-ሐበሻ) በዘመነ ብርቱካን ስልጣንና ሙስና ያለመራራ ዕውነት አይበየንላቸውም