Breaking news: Motummaan fashistii kun Haadha Goota Jaal Sanyiin
Ilma kee fidi jechuun mana Hidhaatti Mankaraarsaa jiru!
Obbo Tolasaa Beegii magaalaa Buraayyuu keessaa humna waraana Abiy Ahmadiin qabamanii hidhamanii jiru.
Ob Tolasaan kan hidhaman sababa ilaalcha siyaasaa fi eenyummaa isaaniitiin akka ta;e ifaa dha.
Namoonni ABO deegagran ykn miseensa ABO ta’an Oromiyaa keessaa qabamnii hidhamaa jiru.Dábessá Gemelal
Shaggar Lixaa, Aanaa Ada’aa Bargaa magaalaa #Incinnii keessaa yakka tokko malee ABO deeggarta jechuun waraanni mootummaa qabee; eessa akka geessan hin beekamu.
#Breaking news
#Aadde_Bushee_Dalasaa jedhamu jirraattu lixa Shaggaridha. Haadha Ajajaa OLA zoonii giddu galaati Haadha Jaal Sanyii Nagaasaa.
Jaal sanyiin Erga qabsoof manaa bahee Waggaa dheeraa kan lakkoofsiseefi sadarkaa Ajajaa waraanaa irra nama jirudha. Motummaan fashistii kun Haadha Goota kana deesse ofiifuu utuu ijaan hin argiin waggaa 15 Olkan jirtu; Ilmakee fidi jechuun mana Hidhaatti Mankaraarsaa jiru. Jaal Sanyiin #dhiiradha danda’an dhaqanii qabuudha.Malee mangudoo Dubartii Goota Oromoof deesse Dararuun Mo’muu Abiy mulisa malee gootummaa miti. Jaartii Oromoo Deesse tokko utuu Hintaane Haadha Gootota Oromoo maraati Aadde Bushee Dalasaan