Breaking News: Mooraa zoonii kibbaa kan kaleessaa woraana bilxiginnaa keessaa yafnee keessaa jirraa

Breaking News: Mooraa zoonii kibbaa kan kaleessaa woraana bilxiginnaa keessaa yafnee keessaa jirraa
OPDO_Luubbuun_Morma_Geesse .

#Updates_on_Wallagaa ,
#dhimma_Humna #Addaa_Poolisii gaabasaa dhimma
nageenyaa Oromiyaa keessaa argame.
★ Humni Addaa Poolisii Oromiyaa gara Wallagaatti geesame keessaa 1/3 miliqee gara godinoota wallagaa irraa baheera
★ Kampiin Humni Addaa qubate humna Bosonaanbarba da’eera
★Fedhii malee kan Lola seene baayyeen dhumeera, Kaan harka laatateera, kaan immoo qawwee, rasaasa fi Uniformharkaa qabu warra bosonaaf laate gara maatiitti kuteera.
★ Kan kampiitti hafe Durgoo guyyaa guyyaan fidi jechuun mootummaa irratti fincila baneera, karaa konkolaataan hin galle irra hin socho’u jechuun qawwee hooggantoota isaatti garagalcheera.
★ Humni Addaa mooraa Leenjii jirus maaliif akka leenji’u

Gaaddisa Dhugaa Hiree Murtefannaa

Mooraa zoonii kibbaa kan kaleessaa woraana bilxiginnaa keessaa yafnee keessaa jirraa
Lenca namni daggala akkanatti seete oromia bulchuunii ala bulaniiti dhagaa borafataniiti

Gaafii kaasa jira. Hailu Leliso OborotiinNamtichi biraanuu juulaa jedhamu sun maal ta,e hafeeraa ?waaqi qoricha isa dhoowwuu. Dhiigi uummata oromoo qulqulluun dhangala,u kun isa haa arguutii .

Ethiopian haadha kiyyaa miti
Ethiopian biyyaa kiyyaa miti
“Aan habaasha miti habaashan naa waminaa…”


#inbox

“ወደ 200 የሚሆን የታጠቀ ቀይ ኮፊያ ለባሽ ሰራዊት ሚሊኒየም አዳራሽን አልፎ ወደ አብዮት አደባባይ እያቀና ነው መንገዱን ግራና ቀኝ ይዘውታል:: ማምሻዉን ጀነራል ብርሃኑ ጁላ ባልታወቀ ታጣቂ ቆስለዋል እየተባለ ነዉ::”