Breaking News: Lammaa Magarsaa peresedaantiin Naannoo Oromiyaa duraanii Oromiyaatti hindeebi’u jedhe

Breaking News: Lammaa Magarsaa peresedaantiin Naannoo Oromiyaa duraanii Oromiyaatti hindeebi’u jedhe

Obbo Lammaa Magarsaa yeroo ammaa Ameerikaa Mineesotaa jira oduun jedhu ho’ee haasa’amaa jira. Akka odeessi ba’aa jiru ibsutti, Obbo Lammaa fi Abiyyi Ahemad sababa Oromoof Oromiyaa wal lolan jedhamaa jira. Kana malees affeerraa irbaata miliyoona Shanii galma Minilik keessatti gaggeeffame maaliif goota jechuu Abiyyi waliin lola hamaa keessa akka turantu haasa’amaa jira. Kanuma irraa kan ka’e Lammaan baqatee Mineesotaa mana Aadde Tshaaye Bantii kan abbaan manaa ishee Yoseef Aagaa jedhamu Mineesotaatti lubbuu baafatee jiraachuu himan. Maatiin Lammaa ammoo Kanaadaa jirus jedhame. Lammaan lammummaa biyyichaa akka gaafataa jiruu fi biyyatti akka hindeebine dubbatamaa jira.

Akkasuma Xeyibaa Hasan dabalatee OPDO’n jijjiirama kana nii fidu jedhamanii eegaman uggurri irra kaahamee jiraachuu fi Caasaan Lammaa Magarsaa bakka hedduutti adamsamanii hidhamaa akka jiran kanneen akka obbo Boggaalaa kantiibaa Magaalaa Finfinnee gabaafamaa ture. Ammallee OPDO’n caasaa Lammaa turan bakka maraa hidhamaa jiraachuuf itti fufee jira.

Suuraan: Tshaaye Bantii lafa Lammaan amma jiru, Mineesotaadha
Maddi odeeffannoo Qalbeessaa dhangiyaatiin.

Ethiopia: ዘ-ሐበሻ የዕለቱ ዜና | Zehabesha Daily News July 30, 2019

ESAT Eletawi Tue 30 Jul 2019


ODUU INJIFANNOO WBO ZOONII KIBBAARRA Irree fi gachaani ummata oromoo WBOn

tarkaanfii fudhaten ,waraana mootummaa konoleeAbbichuu uddaan nyaachisee! Godina booraana aanaa mi’oo naannoo ardaa dukkaleetti lolii walaakkeessa guyyaa haradha ta’een WBOn shiftaa mootummichaa akkasiin ajjeessee irraa hiikate! Ajjeessuu,boji’uun,fi irraa hiikuun ogummaa WBOti!!! Odeessa guutu akka arganneen isiinin geenya.

I.U.Of!!

Didduu Gabrummaa to Oromo Liberation Front(ABO-OLF)

የአዲስ አበባ ወጣቶች በችግኝ ተከላው ቦታ ታቃወሞቸውን አሰሙ

ልዩ ጥቅምህን ከሚስትህ ፈልግ

ታከለ ኦማ የኦነህ ጎማ????? What is the meaning of that???

 

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.