Breaking News: Jawaar Mohammadiifi Baqqalaa Garbaa Hidhaman. Oromoon maal godhu qaba?

Breaking News: Jawaar Mohammadiifi Baqqalaa Garbaa Hidhaman. Oromoon maal godhu qaba?


‘Humnoota Nageenyaan Nageelletti nami 4 Ajjeefaman; Keessaa tokko Daa’ima Ganna 8 ti’ Hospitaala Nageellee

Harra mormii ajjeechaa Artiist Hacaaluu Hundeessaan booda hiriira mormii magaalaa Nageelletti gaggeeffameen jiraattonni nami afur du’uu dubbatan.
Mormii kanarratti miseensonni raayya ittisa biyyaa namootarratti dhukaasaniin daa’ima ganna 8 dabalatee nami lama reeffisaanii gara Hospitaala nageellee akka geeffame Hospitaalichi mirkaneessee jira. #HaacaaluuHundeessaa

Gabaasa guutuu tamsaasa keenya harraa irratti qabannee dhihaanna


IBSA EJJENNOO WALDAA ARTISTOOTA OROMOO