Breaking News: Itti aanaan muummee ministeeraa Obbo Dammaqaa Mokonnin

#Breaking_News: Itti aanaan muummee ministeeraa Obbo Dammaqaa Mokonnin Dhabbanni biyyoota Gamtoomaniifi Aminist International himannaa Sobaatin maqaa Itoophiyaa baleessuuf hojjaachaa jiru jechuun iyyanni isaan Gamtaa Awurooppaatiif dhiyeessan fudhatama dhabee jira

 Gamtaan Awurooppaa Fandii deeggarsa Mallaaqaa Itoophiyaaf keennaa tura dhaabuu isaatiin wal-qabatee iyyanni mootummaan Itoophiyaa dhiyeesse fudhatama dgabee jira. Gamtaa Awrooppaa Dabalatee Jarmaniifii Ingliaand gargaarsa Itoophiyaaf gochaa turan dhaabuu labsanii jiru.

#Eritrea’s delegation composed of Foreign Minister Osman Saleh and Presidential Adviser Yemane Ghebreab met today in Khartoum with President of Sudan’s Sovereign Council, General Al Burhan, & delivered a message from President Isaias Afwerki regarding relations between #Sudan & #Eritrea
The Delegation also conveyed the message to PM Hamdock. In his letter, President Isaias stressed the need to overcome the differences between the two neighbors amicably & patiently.

Somali Region News