Breaking news! Hiriirri Dirmannaa Hayyoota keenya akkuma itti fufeetti jira!

Breaking news! Hiriirri Dirmannaa Hayyoota keenya akkuma itti fufeetti jira!

“yeroo amma Hiriirri Dirmannaa Hayyoota keenyaaf Wallagga lixaa aanaa noble kaabbattii

Gaggeeffamaa jira! Dhaadannoo..
 
~ Hidhamtoonni siyaasaa Oromoo badii malee Abiyyin hidhamanii jiran hatattamaan nu hiikamuu qaban, (FREE ALL Oromo POLITICAL PRISONERS)
~ Abiyyi gaafii Ummaatni Oromoo Baha, Lixa, kaba,kibban gaafacha jiru hatattamaan deebii nu laachuu qaba..
 
~ Keeyyanni 39 hatattamaan Hojii irra akka nu ooluu gaafanna…..
~ Hayyoota keenya waliin jirra hanga hayyoonni keenya hiikamanii qabsoo itti fufna….
~ Itoophiyaa Hayyoota Oromoo nyaattu ijaaruu hin barbaannu…
~ Down Down prosperity party, Down Down Shimalis Abdiisa, Down Down Abiy…..”
~ Great Oromia News


Oduu Amma Qaallittiirraa Bahe
Qondaalli olaanaa Koongiresii Federaalawaa Oromoo (KFO) Obbo Dajanee Xaafaa ambuulaansiidhaan gara hoospitaalaatti geeffamuun mirkanaa’ee jira. Obbo Dajanee Xaafaa namoota 4 sababa lagannaa nyaataatiin dhiyeenya gaggabanii kufan keessaa tokko ta’uun ni beekama.
 
Obbo Dajanee Xaafaa lubbuu isaanii tokkitti Oromoof keennuuf murteeffatanii lagannaa guyyaa 10 olii gochuun ammaan tana dadhabanii of wallaalanii kufaniiruu. Ambuulaansiidhaan gara mana yaalaa olaanattii geeffamaniiruu. Oromoo nama akka Obboo Dajanee siif quuqamuu hin argattuu.