Breaking News: Dubbiin Salaaletti cimte jirti.

“Dubbiin Salaaletti cimte jirti. Polisiin humna addaa Oromiya 28 ta’an lolli tplf wajjiin nun ilaalatu jechuun hidhannoo guutuun Gara Bosona WBOtti makamani jiru. Kampiin duwwaatti haftee jirti. Kaadiroonni baayyeen xalayyaa hoojii gadi lakkisuu godina salaaletti galfachaa jiruu. Biiroo keessa namni waan jedhamu hin jiru. Hojiin almost dhaabbatee jira.”


According to Sudan’s Rakobanews.com, thousands of Ethiopian troops and Amhara militiamen have sought refuge in Sudan and crossed the border after days of heavy fighting.
According to media reports, Tigray forces have pushed Ethiopian troops and allied militias across the border to Sudan.
SR News

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.