Breaking News! Daandiwwan Itoophiyaa fi Eritiriya wal quunnamsiisan karaa lamaan cufamuun mirkanaa’eera.

#Breaking_News! Daandiwwan Itoophiyaa fi Eritiriya wal quunnamsiisan karaa lamaan cufamuun mirkanaa’eera.
 
Daandiwwan kunis karaa magaalota Shiraaroo fi Zalambassaa yoo tahan yeroo ammaa lolli guddaan humnoota Tigraay fi loltoota Eritiriya gidduutti taasifaamaa jira. Daandiwwan kuni minishaa fi ummata Tigraayin kan cufaman yoo tahu, waraanni Eritiriya humna isaanii Tigraay keessatti
mootummaa Itoophiyaa garagaaraa jiru tumsuuf ergaman gara waamamanitti fulla’uu hin dandeenye jedhameera.
 
Warraanni Eritiriya naannoo Zaalambassaa fi Shiraarorratti
murame kun guyyoota 4f galaa fi hidhannoo malee rakkachaa waan jiruuf lammilee nagaaa ajjeesaa fi saamaa jiraachuunis beekameera

“የኤርትራ ወታደሮች ታገቱ”፣ ሱዳን 45 አዛዦች.. የብልፅግና ሹም “አማራ ጠል ማን ነው?” ፣ በትግራይ የኤርትራ ቴሌኮም፣ የመስጅዱ ጥቃት ፈፃሚዎች| EF