Site icon Kichuu

Breaking News”! Baalee keessatti Hiriirri Deeggarsa Abiyyi gara mormiitti jijjiirame amma uffata kelloo uffachuun Dhaadannoo!

Baalee
Breaking news!!Baalee keessatti Hiriirri Deeggarsa Abiyyi gara mormiitti jijjiirame amma uffata kelloo uffachuun Dhaadannoo!
Qeerroon FREE Ja, war Mohammed, FREE Shamshudin Taha, FREE Abdi Raggasa, FREE Baqale GERBA……FREE ALL Oromo POLITICAL PRISONERS…..Gabroomfataaf Deeggarsu Dinne Didda jachuun itti muddaa jiru!!
#Abiyisaterrorist
 
#Breaking News”! Baalee Keessatti Hiriirri Deeggarsaa MM Abiyyi Gara Mormiitti Jijjiiramee Amma Uffata Keelloo Uffachuun Dhaadannoo”! Qeerroon #FREE Jawaar Mohamed #FREE Baqalaa Garbaa #FREE Shamsaddiin Xahaa #FREE Abdii Raggaasaa #FREE Hamzaa Booranaa #FREE K/Gammachuu Ayyaanaa!Jettu Dhageessisaa Jiran”! Mootummaa Gabroomfataa,Mootummaa Abbaa Irree, Mootummaa Shiftaa Deeggaruu Dinne Dhaadannoo Jettu Itti Muddaa Jiru”! Tana Dubbiin Qeerroo Akka Feerroo”Sanyii Waaqoo Guutuu”! Iyyii,Iyya Dabarsi Lallabii, Walitti Labsii OROMIYAA Waliin Gahi” Mootummaa Gabroomfataa Uf Irraa Fonqolchi”!!! Bilisummatti Bahi”!!!!! #Muramte!!!!!
 
 
 

ለመምህራን … ሰልፍ የማትወጡ ከሆነ ለሚደርስባችሁ ችግር ተጠያቂዎች አይደለንም… .. አስቡ ለመምህራን እንዲህ ከተባሉ ለሌላውስ ?
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
Exit mobile version