Breaking: Ibsa Gabaabaa HD fii HD I/Aaanaa ABO

Breaking: Ibsa Gabaabaa HD fii HD I/Aaanaa ABO

(SBO: Hagayya 01, 2020)
Har’a Sambata, Adoolessa 01, 2020 Hogganootni ABO ol’aanoon: HD-ABO Jaal Daawud Ibsaa fi Itti aanaa HD-ABO Jaal Araarsoo Biqilaa wayta ganama hojii idileetiif waajjira ABO Muummee Finfinnee, Gullalleetti argamu erga seenanii booda humnoota Nageenyaa Mootummaa Itoophiyaatin waajjiraa baafamuudhaan gara mana jireenyaa isaaniitti akka deebi’an taasifamaniiru.

Maaltu maal taanaan poolisoonni Mootummaa hogganoota dhaabaa waajjira keessaa baasudhaan waraanaan marsanii gara mana jireenyaatti deebisan, kan jedhuufi dhimmoota walqabatan irratti Hayyu-dureen ABO fi Itti aanaan HD ABO waloodhaan ibsa gabaabaa laataniiru.

Yeroo gabaabaa booda Isinii dhiyeessina eeggadhaa.

Mataan Diinaa lafa haa ilaalu!
Oromiyaan ni bilisoomti!

Qophii Addaa Halaa Oromiya kesati taha jirufi Wajira gulalle warani Abiy marsuu kuno

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.