Breaking Bilxiginnaan:”Command Post’ tu jira jechuudhaan uummanni Oromoo Godina Wallagga Hundaa, Gujiifi Booraanaa Waraqaa eenyummaa akka hinbaafanne dhorkaman.

Breaking News, “Command Post’ tu jira jechuudhaan uummanni Oromoo Godina Wallagga Hundaa, Gujiifi Booraanaa Waraqaa eenyummaa akka hinbaafanne dhorkaman. Warreen gaafatanis mana hidhaatti guuruu eegalaniiru. Filannoo ati eegdu kunoo kana.

Beekan Erena

Raayyaan ittisa biyyaafi foolisoonni kun nagaddisiifte. Edaa WBOn dhukaasashee qofa utuu hintaane, shabaxee miillaa isaan darbatanii gatanillee hagana nama sodaachisaa?

Itti dhukaasi Yetaabbaatu


Yunivarsiitii Jimmaa Muddama guddaa keessa jiru. Warri OPDO barattoota keenya guggubde. Barnoonni silaa…