BRAEKING NEWS: Ajajaan WBO Zoonii Kibbaa Kaampii Diinaa Daaressuu Ibse!

#BRAEKING NEWS Ajajaan WBO Zoonii Kibbaa Kaampii Diinaa kan Godina Booranaa magaalaa Mooyyaalee Keessatti argamu Daaressuu Ibse!
 
Abdii fi Gaachanni Uummata Oromoo WBOn Zoonii Kibbaa Godina Booranaa Aanaa Moyyaalee Magaalaa moyyaaleetti Sadaasa 23, 2020 jechuun eda halkan Naannoo sa’aatii 9:00 irratti Tarkaanfii laalessaa kaampii diinaa Irratti fudhateen ajajaa shantamaa nama Taaddeessee jedhamuu dabalate guutummaa guutuutti kaampii diinaa kana daaressuun injifannoo jabduu galmeessuu ajajaan WBO zoonii Kibbaa ibse.
 
Tarkaanfiin keenya hanga Bilisummaatti fi hanga Walabummaa Oromiyaati itti fufa jedhe!
Oromoon Galaana Irra Dhangalaana!
Injifannoo Ummata Oromoof!
hanga ammaatti madoo Hospitaala Fuullessatti guuraa waan jirtuuf odeessa biroon waltti deebina!
Sadaasa 24, 2020