Bosonni Oromiyaa!!! Ibidda tasa ka’e osoo hin taane ibidda beekaa qabsiifame tahuu suuraan kuni ni agarsiisa.

Bosonni Oromiyaa! Ibidda tasa ka’e osoo hin taane ibidda beekaa qabsiifame tahuu suuraan kuni ni agarsiisa.

Bosonni Oromiyaa tooraan (masmaraa) gubachaa jira. Kuni kan agarsiisu bakka beenzinni ykn wanti ibidda harkisu itti firfirfamee, ibiddi toora san jala deemuun yeroo gubatu. Ibidda tasa ka’e osoo hin taane ibidda beekaa qabsiifame tahuu suuraan kuni ni agarsiisa.
Bosonni gubataa jiru Cilaaloo gaalamaa, Jibaat, Erer, Tulluu cuqqaalaa dabalatee Paarkii fi Gaarren Oromiyaa hedduun bifa kanaan gubataa jiru.
Bilxiginnaan biyya balleessitee baduuf kutatte fakkaata!

Tafarii Salaalee- Jettee ree -New Ethiopian Oromo Music 2021(Official Videos)


Milishaan qorichi ishee kanadha.
ishoo WBOkoo.

Namoota kana sadan namni Oromoo ta’e kamiyyuu jaallachuuf sababa isa hin barbaachisu.
Bara namni dhugaa Oromoo qarshiin jijjiiree abbaa qabeenyaa ta’e keessa jarreen kunneen fi jaallewwan isaanii garuu dhugaa itti cichanii Oromoo waliin boo’icha isaa waliin boo’uu fi diina Oromoo immoo mata bowwuu itti ta’anii jiru.
Jabaa ofii abbaatu jabeeffata.
Respect guys.
Jaal Marroo
Ustaaz Raayyaa Abbaamacca
Faarfataa Desta Hinsarmu