Bosonni Cilaaloo gubachu erga jalqabe guyyaa afuraffaa isaati;

Bosonni Cilaaloo gubachu erga jalqabe guyyaa afuraffaa isaati; Namni Oromoo fi qabeenyi Oromoo mootummaa quuqamuuf hin qabu.
Hagasitti, waan dandeenyu maraan nama Oromoofis, qabeenya Oromoofis haa birmannu!

Dábessá Gemelal


Why government does not respond properly with necessary logistics to put out this fire? Kenyan Wildlife Services have firefighter helicopters, borrow or ask for help if you got none.