Hogannooni ODF – Oromo Democratic Front boru ganama Finfinnee galu!

Hogannooni ODF – Oromo Democratic Front boru ganama Finfinnee galu!

Hogannooni ODF – Oromo Democratic Front buuleyyii fi qarowwaan saba shan boru ganama Finfinnee galu. Baga waaqni lubbuu isaan dheeressee nagayaan biyyaa haadhafi abbaa isaanitti deebisse.

Namni maaliif qabsayaan tokko biyyaafi ummataa isa jidduu taa’ee qabsayuuf gale jedhu takka hin falfalaa, takka hin inaafa. Doomi jennaan.

Oromoonni Finfinnee jirtan akka dhaxanni kabaja qabsaawota hangaffan kanaan malu gootaniif abdii qabna. Warri biyya alatti hafes yeroo dhiyootti akka galu shakkiin hin jiru.

Galataa fi faaruun kan qabsaayota kalee fi hardha osoo cilaancilii bilisummaa tana hin argin darbaniiti. MM Abiyyi Ahmad fi prez. BMNO, Lammaa Magarsaanis mul’ata kana gara hojjitti waan jijjiraniif haa ulfaatan.

Saaqi saanqaa!
Mohammed Ademo



Jilli ODF har’a imala isaanii kan gara Finfinnee eegalanii jiru. Boru ganama buufata xiyyaara Boolee qubatan.


Yohannes Lata must give answer to:
1. Who killed Baro Tumsa?
2. Where Nadhi Gamada, Jamal Robale, etc are?
3. Why was OLA (WBO) encamped in 1991?
4. Why did OLF in June 1992 suddenly exit the transitional government unprepared for the next phase of struggle?
5. What was his deal with TPLF to free Ibsa Gutama?
6. Why do the Oromoo people should trust him this time?
7. How is his political program superior-different to OFC’s or OPDO’ ?

Jaba Ayan



Ati dhokkatulee kameran sii mullise ija ummatattii Dr abiy dhumatti ummata keenya armaan dura dhumniif kan amma dhuma jiran ajjeessuu keessaa harka qaba mee akkuma seenaa isa bareda baasuf yaaltan seenaa xurawwaa isalee baasuf yaala

Dr.Abiy durumaanuu jara moototaa kana itti siqeenyaan jala seenee ture gaafasumaahuu hojji godhate nama oromoo hisisuufi ukkamsaani fudhuu keetti ammalee ituma jiruu ………