Booranaa-Oromiyaa kibbaa Booranaatti dubbiin akkamalee

Booranaa-Oromiyaa kibbaa Booranaatti dubbiin akkamalee oowwaa jirti, diqquma wal hin tokkisini, uummataaf wayyaneen wal dura ciifti!


[OBN 03 02 2010] Godina Booranaa Aanaa Dirree gandaa Sooddaatti gaaffii hawaasni naannichaa Konkolaatoota fe’umsaa daangaa qaxamuran nuf yaa sakkatamuu dhiyeesaniin wal didaa uumameen lubbuun nama darbe.


FXG Horroo_Guduruu_wallaggaatti magaalaan shaambuu yeroo ammaa kanatti hiriira mormii mootummaa waayyaanneeti jirti poolisonni shaambuaantummaa saba keessaniif argisiistaniif galatoomaa galanni guddaan isiniif haata’u