Boolee Gooroo Muddee 30-2018 Sirna Baniinsa Waajjira ABO magaalaa Finfinnee, kutaa bulchiinsa Boolee!Muddee 30-2018 Sirna Baniinsa Waajjira ABO magaalaa Finfinnee, kutaa bulchiinsa Boolee!

Boolee Gooroo: Muddee 30-2018 Sirna Baniinsa Waajjira ABO magaalaa Finfinnee, kutaa bulchiinsa Boolee!


Boolee- Waajjirri ABO Har’a Mudde 30/2018 Finfinnee Kutaa Magaalaa Boolee Goorootti baname


Gochaalee Waraana EPRDF/ Magaalaa Naqamtee

1. Nama rifeensi isaa dheedheera ta’ee ati WBO dha; ykn miseensa wboti jechuun reebuu fi rifeensi irraa ciruun nama dararuun itti fufeera………..
2. Namni Waraqaan eenyuummaa isaa wallaggaa Dhihaa fi Qeellam wallaggaa ta’ee; Abbaa torbee ykn miseensa Abbaa torbeeti jechuun reebamuuf hidhuun itti fufeera…….
3. Nama sammuun sirrii hin taanee maraatuudhaan basaastuu WBO fi Abbaa torbeeti jechuun Akka malee reebuudhaan miidhuu…….
4. Alaabaa Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) marfata iddoo sadan jiru; ciruudhaan gugubanii karaaraatti gatuudhaan………
5. Suuraa Hayyuu Düree keenyaa #Daawud fi Gootawwaan oromoo Kan addaa addaa fi Suuraa Gootichaa waraana Bilisummaa oromoo(WBO) bakka addaa addatti argamu ciruu fi gugguubuun; itti fuftee jirti.
Jabaadha itti fufaa! Guyyaan badiis isinitti dhufaa jira!!

Dábessá Gemelal