Godina Wallagga Lixaa aanaa Laaloo Assaabii magaalaa Innaaootti waggaa 40 booda buttaan qalame
Guyyaa seena qabeessa yoo ta’uu abbooti Gadaa liixaa Wallaggaa akkasumaas abbaan Gadaa Maccaa Obboo Takaala Dhiinsaas irraatti argamani abbooti Gadaaf barumsaa adda adda keenani jiru.
Buttaa- Jilli Buttaa jila sirna gAdaatti seenuuf gaggeeffamuu dha. Yeroo Gadaatti seenan Buttaa Qalan. https://t.co/uNsTqqKkLL pic.twitter.com/LDIGzBxDub
— Kichuu (@kichuu24) May 5, 2018