Bilxigna( Nafxanyaa) : Oromiyaan Kan dur caalaa nageenyii ishee Kan sarbamee , gaafa POOLISA OROMIYAA jechuun , ilmaan nafxanyaa Ittii guutanii ebbisiisuun oromiyaattii bobbaasaniidha.
Oromiyaa keessatti, POOLISNII SABAAN amhaara ta’an, biyya shororkeessaa , ILMAAN oromoo miidhaa jiran keessaa qulqulaayuu qaban jennee otuu eegnuu,
BILTSIGINAAN POOLISA OROMIYAA jechuun sabaaf sab_lammii Kuma 5 ol itti guurtee gadi baastee,. ..
Ragaa barbaadaniif ijjoollee eebiifamtee baate keessaan gaafadhaa….
Are we back to square one?The video shows that members of the military forces are beating and torturing the youth in Awaday,eastern Oromia! https://t.co/6MPuEUVlxj pic.twitter.com/TEBIWMHtTl
— Kichuu (@kichuu24) February 20, 2020
A)Aanaa Harxummaa Kursee/Caffaa Roobiit Irraa
1) Hasan Jibril Usmaan
2) Ahmed Mohammad Abdallaa
3) Maammud Muhee Sarboo
4) Huseen Alii Afaree
5) Ahmed Mohammad Rashiid
6)Adam Abduu Adam
7) Mohammed Huseen Muusee
8) Umar Kaliil
9) Hasan Huseen Has an
10) Nuuruu Ahmed Adam
11) Mahaammad Daawud Mahaammad
12) Muhee Adam
13) Huseen Mohammad Muusee
14) Hasan Ahmed Badruu
15) Hasan Umar Asfaw
16) Ahmed Muhee Amaan
17) Muhee Sayiid
18) Aliyyee Ibree
19) Sayiid Ibrahim
20) Ahmed Yimaam
B) Aanaa Daawaa Caffaa/Kamiseerraa
21) Sayiid Hasan Indirree
22) Ibrahim Alii Mahaammad
23) Ahmed Abduu
24) Abduu Ahmed
25) Adam Amiinuu
26) Mahaammad Kaliil
27) Mahaammad Arab
28) kamaal Yusuuf
29) Abbaas Alii
30) Umaar Huseen
C)Magaalaa Haxxaayyee irraa
31) Hasaan Mahaammad Garasoo
32) Sh.Umaar Abduu
33) Abdallaa Hasan Adam
34) Alii Umar Muhee
35) Mahaammad Ammee Mahaammad
36) Bushuraa Mahaammad
37) Kiroos Barihee kan jedhaman yeroo tahuu namoonni kun mana hidhaa Dassee irraa gara Qilinxootti kan gaggeefaman yeroo ta’uun ji’aa 9f hidhaa turaniru
MAR’ANNAA RE’EE~DAMMALLASH TIKI BILXIGINNAA JAWAR MOHAMMED FAANA AKKAMIIN DALAGA~HACAALUUNOO? 2020
#Mar‘annaa Re’ee
የብልጥግና ፖልስ። የኦሮምያ ክልል የኣማርኛ ትምርት ከኣንደኛ ክፍል ጀምሮ.
#Gichillaa Minilik jabaadhu