Bilxiginnaan Lola TPLF Sodaattee Gargaarsaaf Ameerikaatti Boo’aa Jirti

Bilxiginnaan Lola TPLF Sodaattee Gargaarsaaf Ameerikaatti Boo’aa Jirti

Source: Wallo Post, Fulbaana 16, 2021

Xalayaan madda qoosaa fakkaatu, kan kadhaaf watwaannaa of keessaa qabu qindeessuummaa mootummaa Itoophiyaatiin gara Ameerikaatti barreeffamuuf akka jiru gabaafamaa jira.

Akka maddeen irraa odeeffannetti xalayaan kun kootii kofalchiisaa kan fakkaatu “poostaa adii masaraa mootummaa adiif” kan jedhuun kan barreeffamaa jiru akka ta’e gabaafame.

Xalayaan kun akka mootummaan Itoophiyaa ibsaa jirutti, miidhaa qaamolee TPLF’n raawwate Ameerikaatti ibsuuf kan gargaarudha jedhan.

Mootummaan Itoophiyaa humna Juntaa jedhee waamu garee TPLF haleelaa akka jiru ibsaa turee ibsaas jira. Gama kaaniin akka Xalayaa qindaa’aa jiru kana irraa argamutti ammoo kasaaraa TPLF irraan gahaa jiran damdamachuuf watwaannaaf dirmannaa biyyoota alaaf akka isa qopheessutti yaadaa jiraachuudha kan hubatamu.

Mootummaan Itoophiyaa gaggeessummaa Abiyyi Ahmad jala jiru humni waraanaa TDF injifatamee akka naannoo Amaaraa fi naannoo Affaar keessaa bahaa jiru gabaasee torbee osoo hin guutin duula dirmannaa kana taasisuuf sagantaa baafate.

Gabaasa wal dhahaan kan beekamu miidiyaan Itoophiyaa gartuu mootummaa qofaaf dhaabbatan, miidhaa TPLF irraan gahamaa jiru gabaasaa, karaa biraan ammoo TPLF nu miidheera jedhanii boohicha jalqabuun haleelamaa akka jiran saaxila kanneen jedhan illee jiran.

Duula “Xalayaa adii gara masaraa mootummaa adiif!” Jedhu kun akka Itoophiyaa naannoo sabaaf sab-lammoota kibbaa keessatti eegaletti gabaasaa jiran. Duula kana irraa dargaggoota miliyoona 5 akka hirmaatan abdiin eeggatu qondaalonni mootummaa.

Kanneen yaada kana akka kolfaaf qoosaatti ilaalaa jiran ammoo duula boohichaaf dirmannaa biyyoota adiif gaggeefamu irraa qooda hin fudhannu jedhu.


Share/dabarsaa/
Shira Mootummaan shiftaa PP maqaa marii araaraa ykn jaarsummaa WBO waliin taasifama jechuun namoota sirna koloneeffataaf amanamoo ta’an sadii roobii arraa fulbaana 15, 2021 gara Keeniyaa – Naayiroobii erguu maddeen saaxilan.
Akka odeessi maddeen amanamoo adeemsa warraa itti dhi’eenyaan beekan irraa arganne mullisutti namoonni mootummaan PP gara Naayroobii Keenyaatti ergate,
1. Abbabaa Garasuu,
2. Haayiluu Gonfaa fi
3. Bilisummaa Biraanuu ta’uun barameeti jira.
Namoonni kunniin WBO waliin dubbanna maqaa jedhuun gara Keenyaa Naayroobiitti himaluun himamullee gama Ajejoota Ol’aanoo ABO-WBO tiin mariin warra kana waliin dubbatanii fi dubbatuufillee deeman akka hin jirre, gaaffiin akkanaa akka hin dhiyaatiniifii dhi’aatus marii shiraatiif WBO’n fulaallee kan hin qabne ta’uun ibsameeti jira.
Akka hawwaasaatti qaamni hawwaasa Oromoo gama Keenyaa jiranii fi sabboontonni Oromoo gamasii of eeggannoo fi Hordoffii feesisu tolchuun waliifillee tika godhuun gaarii ta’uu dhaammatuu jaallanna.

2 Comments

  1. Breaking news

    5000 Eritrean troops have been killed and 14,0000 ENDF shared the same fate .

    NO more eritrea and eritrean spies posed as refugees have also reportedly joined their dead EDF , went to hell.

    በባላንጣው እጁን የተቀረጠፈ ገበሬ እጄን ተጎዳሁ ተቀረጠፍሁ እንዳይል የጌትው ቤት ተበላሸ አጥሩ ተበላሸ አለ ይባላል፥ነገሩ እንዲህ ነው ሁለት ባላንጣዎች ከጎረቤት አጥር ሊያጥሩ(ሊሸመጥጡ)ታድመው ባጋጣሚ ባንድ እንዲሰሩ ተሰማሩ፥፥አንዱ ባላንጣውን ካገኘሁ ብሎ በአጥሩ ማሰሪያ(ማጥበቂያ)እጁን ከጥሩ አስጠግቶ አጥብቆ አሰረው ተጎዳሁ እንዳይል የበለጠ እጥብቆ እንደያስረው ስላወቀ የጌትው ቤት ተበላሸ ቢል ሰውየውን ተወው እጁንም ለቀቀው አሁንም ተጠቃን ተከበናል ምን ይሻለናል ማለት ቢያሳፍራቸው የትግራይ ወጣት ሆይ ለሕውሓት ራሽን አትገብር ወዘተ እያሉ ልቅሷቸውን ባልተለመደ ዜማ ያሰሙናል፥፥ሙሾን በሬጌ ስታይል መሆኑ ነው በሂፖፕ የምታውቁት እባካቹ ስም ስጡልን የኤርትራ ወታደር ዘንድሮ ማለቂያቸው ነው ኤርትራም እንደ ሀገር የምትጠራበት ዘመን ያበቃል

    No more Eritrea as of 2014

  2. Re-posted from Ayyaantuu

    What do you know? Five Million letters to beg America for mercy!

    Abiy Ahmed Ali and the NOT-SO-SMART Amhara elite murderers JUST figured out that the United States possesses a jamming Technology which comes in the form of a small Bread Toaster Oven to make Recip Tayip Erdogan’s Drones USELESS!

    As you can imagine, they have been banking on the newly acquired Turkish War drones, which they have affectionately rechristened the “Neche Amora,” or “White bird,” to deliver for them the victory they could NOT achieve on an evenly fought battlefield against the the TDF and the Oromo Liberation Army over the past ten months! THEY ARE NOW SCARED TO HELL THAT THE UNITED STATES MIGHT JUST MAKE THIS JAMMING TECHNOLOGY AVAILABLE TO THE SUDAN, OR THE OTHER ENTITIES FIGHTING AGAINST A BRUTAL DICTATOR NAMED ABIYOT AHMED ALI and his Amhara masters in Baherdar. So the Amhara have decided to do WHAT they do BEST whenever they encounter AN OVERWHELMING POWER! WHAT IS THAT that they do in such circumstances? Like ALL cowards, they BEG, BEG, and BEG some more, for mercy from their ‘avowed’ enemy, of course!

    So, it is TIME to go KISS some shoes FIVE MILLION TIMES to supplicate their forever SAVIORS whom they have betrayed and offended so quickly, thinking that their newly minted friend, the Dictator of Turkey, was going to save their Empire for them!

    See, my American & European friends? This is why you can not TRUST the Amhara elites at all to stabilize East Africa! They are like a Chameleon: they change their color along with whatever hue they think will protect them from getting eaten by an approaching predator!

Comments are closed.