Bilxiginnaan har’a ibsa kenniteen TPLF wajjiniin marii jalqabuu qabna jette !

Bilxiginnaan har’a karaa Dammaqaa Mokonniniitiin ibsa kenniteen TPLF wajjiniin marii jalqabuu qabna jette !

Keenya qabsaa’onni dhugaa warri TPLF akka kuftuuf gayee olaanaa taphatan yakkamtoota jedhamanii mana hidhaatti itti taphatu.
Isaan garuu koodeewwan isaanii durii warra wajjiniin yakka suukkanneessaa ilmaan Oromoo irratti wajjiniin dalagan wajjiniin araaramuuf lafa dhiitaa jiru.
Uummanni keenya waan darbe akkuma salphaatti hirraanfata !
Har’as Oromoon harkuma OPDO eegaa jira jechuudha !

Kun hojii daraaree lafa fudhatuu fi biyya dhuunfatu!

 

OLF is in the midst of the Oromia Liberation Front. Get ready Ethiopian army. Somalis should get ready as soon as possible.


This is what you looks like! We already know you! And we are going to know each other in a better way.