Bilxiginnaa: This is happening in Ethiopia under the alleged winner of peace, Abiy Ahmed

Bilxiginnaa: This is happening in Ethiopia under the alleged winner of peace, Abiy Ahmed!

Warri Bilxiginnaa namoota Naqamtee irraa qabanii hidhan gara Ambootti dabarsanii jiru.

Amma Amboo irratti walitti qabanii Baatuutti fe’uuf jiru.

Hotelootni Finfinnee keessaa dhibee ‘COVID-19’ keessatti wal’aanuuf jedhamanii qophaawan,

Bilxiginnaan garuu Oromoo keessatti hidhaa akka jiru odeessi qabatamaan himamaa jira.

Dábessá Gemelal


Ani kan jedhu, Jeneraal Hailu Gonfa Bilxiginnaa dha moo ‘ABO Tokkoome’? Yoo ‘ABO Tokkoome’ tahe, ejjannoon miseensa isaanii waan akka Jen Hayluun fb isaarratti maxxansu kanaa? Miila tokko Bilxiginnaa keessa miila tokko ammoo qabsoo Oromoo keessa dhaabbachuun qabsoo Oromoo irratti miidhaa hin fiduu? Dubbiin baranaa nama calalaa jirti. Oromoon kana keessaa baanaan hoggansa qulqulluu sabaaf yaadu argatti abdii jedhun qaba.


This is happening in Ethiopia under the alleged winner of peace, Abiy Ahmed, one of the most populist African dictators who manipulate the world and receive a huge sum of money from western countries in the name of development. And his government is harassing civilians throughout the Oromia region!

Photo credit: Bedassa Tadesse

Via: Caalaa Hayiluu Abaataa