Bilxiginnaa: Sobaan ummata gowwoomsanii siyaasaa hojjechuu dhiisaa!!

Bilxiginnaa: Sobaan ummata gowwoomsanii siyaasaa hojjechuu dhiisaa. Dhugumaan sirna qonnaa biyya sanii fooyyessuu barbaannaan, dura teknooloojii qonnaa waggaa kuma meeqa guutuu gatiittii sangootaa irratti hundaawe hambisuuf dursa kennaa. Kana irratti addunyaa gargaarsifadhaa. Sanatu jireenya ummata keenyaa jijjiira. Suuraa satellite tolaan warri guddate namaa raabsu akka waan maallaqa guddaan bitaa jirtaniitti ummata hin gowwoomsinaa.
========
Landsat data can be freely ordered from three USGS websites. The descriptions below will help you decide which site is best for you. All Landsat data are available from USGS for free. The Landsat images is allowing environment ministers in Africa, with help from UNEP, NASA, USGS, the University of Maryland and the Earth Satellite Corp., to learn about and analyze environmental changes in their regions over eight years.

Because many African countries do not have Internet access, datasets were given to ministers on high-density hard disks called “databricks” that hold hundreds of satellite images. The same data are freely accessible through Internet portals from NASA, USGS, Michigan State University and the University of Maryland.

Landsat data can be freely ordered from three USGS websites. The descriptions below will help you decide which site is best for you. All Landsat data are available from USGS for free.

Waan namaatiin sobanii of tuuluun yeroon isaa itti dabarteetti. Ummata kana gowwoomsinee deeggarsa horannaatti qilee of buufti. Addunyaan oduu jarri tolfattee himattu dhagahee nutti kolfaa jira.
#Bilxiginnaa😀


Dr Abiy Ahimed Waa’ee saatalaayitii irraa Dubbachuun Namoonni waa’ee saatalaayitii kanaa haasahaa jirtan waan hin beeynefi jedhanii
Waa’ee nageenya biyyattii irraahis haasaha godhan keessatti Oromon akka #Ethiopia osoo hin tahin akka #Africattuu saba guddaadha jedhan mee daawwadhaa waliif qoodaa #Unitedoromia


#Oduu_Ammee!!
Finfinnee #Inbox
“Finfinnee Waajjira President Mootummaa Naannoo Oromiyaatti marii haala yeroo irratti President I/A Mootummaa Naannoo Oromiyaa Shimallis Abdiisaafi Bulchoota gadina Wallaggaa afariifi gujii lameenii waliin ta’amaa tureen yeroo amma walii galtee kana irra ga’aniiru
~ Lixa Oromiyaa fi kibba Oromiyaatti Humni Special Commando Agaazii jadhamu kana #Faransaayitti Leenji’ee Lakkoofsan (6000) ta’u bifa haaraan Bosona akka Milishoota gandaa waliin sakatta’u,
~ Kaabinoota Paartii Bilxiginnaa PP dura dhaabatan maqaa “Shanee” deegarta jadhuun hidhaan akka itti fufu,
~ Bulchoonni Gadinoota Lixa fi kibba Basaasa uffata “siviilii” uffatan nama 1000 akka leenjise akka bobbaasu,
~ Maallaqni Miliyoonni kudhan (10,000,000) akka waraana (6000) fi basaastu (1000) Leenjisuufi hojjachiisuuf tajaajilu waliigalaniiru!
Odeeffannoo kana hatattamaan maxxansi WBO, Qeerroo Lixa, kibba Ummaatni Oromoo akka shira kana dura dhaabatan qileensa irra oolchi”

Sagalee Sabboontoota Oromoo Finfinnee Waajjira President Oromiyaa irraa!

Ariitiin waliif Dabarsaa Shira qabsoo ummata Oromoo fi WBO irratti hojjatamaa jiru Fashaleessa?

Shukuradin Jamal