Bilxiginnaa iddoo hunda keessatti wal Caccabsaa jirti Wal dhageesisaa!!

Namni hardhas ija hin banatin yoo jiraattan ija keessan banadhaa. Gurra keessan qaradhaa. Abiyoot sirnya minilik oromoofi dachee oromiyaa keessatti gadi dhaabuuf deema yoo jennu lafaa kaneetii miti. Sababa kumoota waan qabnuuf.

#Abiyot_Must_go

Elias Hussein


Ambulaansii Dhukkubsataa ykn Deessuu feetee Doctora geeysitu malee ishee waraana faatee bosona keeysa joortu hin beeknu nuti.

Baga Bobeesse Gootichi.


አደፍርስ በለዉ አደፍርስ


Santu_Seera!!
Qabsoon ummata Raayyaa ittisa Biyyaa keessa galte!!
Waltajjii Abiyyi Raayyaa ittisa Biyyaa wajjiin gaggeesse irratti Jeneraal Adam Mohammed ” Paartiin ummataan filame EPRDF diigameera; Raayyaa ittisa Biyyaa hanga Filannoon gaggeeffame Paartii ummata filame Aangoo qabatutti Dirqamni keenya birmadummaa biyya Eegsisuudha malee; Paartiin Seera qabeessa hin ta’iin Bilxiginnaan akka barbaadetti RIB seeran ala Biyya keessa ajaje ummata ficisiisu hin qabdu” jadhe fuuldura Abiyyi dhaabbatee dubbate!! Yaada kana Jeneraalticha qofa osoo hin taane Ajajoonni Raayyaa ittisa Biyyaa kan irratti walii galaniidha!!
Abiyyi Filannoo gaggeessuu baannaan ummata Oromoo qofa miti kan fuulbana booda Mootummaan Seera qabeessa ta’e hin jiru jedhu; guutuun Biyyatti Fincilaaf of qopheessaa jirti! Abiyyi Jaalala Aangoo dhiisaa yeroon Filannoo iddoo isheetti deebisaa?
Bilxiginnaa iddoo hunda keessatti wal Caccabsaa jirti Wal dhageesisaa!!


Qorrichi Bilxiginaa/Nafxanyaa/Neonafxanyaa humna qofa. Kana warra Tigraayirraa barradhaa. Bilxiginaan luka ishii Tigraay hin geessitu. Nafxanyaan duru lukti ishii cabee awwaalamte Eritrea fi Tigraay keessa. Bilxginaanis Oromiyaa keessa awwaalamun ishii hin oolu. WBO jabeessaa! Humna fi dhugaa qofatu nu baas


Ethio 360 Zare Men Ale “ገደብ ያጣው ተረኝነት” Thursday June 25, 2020


Gabrummaa Daabboo!