BILTSIGINNAA (Neftegna) Partin diina Oromooti.

BILTSIGINNAA (Neftegna) Partin diina Oromooti.

ODUU GADDAA
Shawaa

/M Roobiitti waraanni PP namoota nagayaa lama manaa fuudhanii mana hidhaa erga geessan booda saa’atii 6 mana hidhaa tursiisanii fuudhaanii gara bosona ykn baargamootti geessanii rasaasa itti roobsanii Ajjeesan!

Tokko maqaan dargaggoo lammaa bokii ona meettaa ganda baakaa iddoo jiboo jedhamutti dhalate.
Tokko Ammoo

Girma

dassee jiraataa ona meettaa roobii Abboo charuu iddoo Addaa boonayyaa jedhamu jiraata.

Yaawaaqa badiin teenya maali?
Hundaa Ol Page


Agarsiisa karadeemtuu waardiyyoota nafxanyaa…. Lol haha
 
 
 
 
 
 
 

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.