Biltigna Party!“Godina harargee lixaa aanaa bookeetti guyyaa boruu leenjii geggeesa bu’uraa jechuun ummata keenya qulquluu bakka iddoo marii dhiphaan jiruti bultii fi marii geggeesuf

Biltigna Party!“Godina harargee lixaa aanaa bookeetti guyyaa boruu leenjii geggeesa bu’uraa jechuun ummata keenya qulquluu bakka iddoo marii dhiphaan jiruti bultii fi marii geggeesuf..

“Godina harargee lixaa aanaa bookeetti guyyaa boruu leenjii geggeesa bu’uraa jechuun ummata keenya qulquluu bakka iddoo marii dhiphaan jiruti bultii fi marii geggeesuf guyaa boruti nama 400 kan caalu waamanii guyaa 5 tursiisuuf deemu. Yaa dhiiroo ummanni kun humaa hinbeeku jedhaniiti moo nuti leenjifannan koroonan yoo fixes nun laallatu jedhaaniiti?”

Ferhan Abdulselam


Akkam Bultan
Xaaliyaanitti Doktorri waggaa 57 hoospitaala inni dalagu keessatti hanqina meeshaaleetirraan kan ka’e harka duwwaa(gloves) malee dhukkubsataa vaayirasii koronootin qabame yommuu wal’aanuu ofii akka du’eedha.


 

Broadband high-speed (up to 20MB/s) fibre-optic internet is more than 80% consumed in ”Addis Ababa”. These are the same Neonaftenga class currently laughing at our people in Wallaggaa and Gujii demanding to connect to 54kb mobile internet (which Mark Zukerberg will soon provide for free via satellite) to have access to life saving information regarding COVID-19.

The cable(s) that take such high speed internet to ”Addis Ababa” crossing territories of deprived communities in Oromiyaa is well known. I never advocate for the harm of the people, but the cable is absolutely 100% legitimate target as it has nothing to do with 99% of Ethiopians. It is used by an exclusive member of high speed internet users in ”Addis Ababa”, including government officials who are ordering the blanket ban of access to the internet in west and south Oromiyaa. Internet is Human Rights, no community should be deprived of it!


Xinhua Headlines: Helping hands bring Iran & China closer amid #COVID19 battle — A friend in need is a friend indeed. Within 24 hours after Iranian Embassy set up a donation channel on Weibo, about 567,000 U.S. dollars’ worth of donations had poured in xhne.ws/NfNdf

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.