Bilixigna-Oromia!! ታምናላቹ እነኚ ልጆች እስር ቤት ታስረው ነው ያሉት!!

Bilixigna-Oromia!! ታምናላቹ እነኚ ልጆች እስር ቤት ታስረው ነው ያሉት!!
 
የግፍ ፅዋ ሞልታ ፈሰሰች! አዎ ግፍ የሚለው ቃሉ እራሱ ይሄንን ለመግለፅ በቂ አይደለም።
ወይዘሮ #ረሂማ_ገና ትባላለች ፣ በዶዶታ ወረዳ በዼራ ከተማ ነዋሪ ነበረች። የሀጫሉን ግድያ አስታኮ በተፈፀመው በጅምላ እስራት ተይዛ ከፍተኛ ስቃይ በዼራ እስር ቤት እያስተናገደች ነው። ከብዙ ቆይታ በኃላ ሳትከሰስ ቆይታ በቅርቡ ከሌሎች 52 ሰዎችጋ በጅምላ ተከሳለች።
የረሂማ ባለቤቷም ታስሯል፣ እሷ ስታስተዳድራቸው የነበሩ ቤተሰቦቿ እንዳለ ታስረዋል።
የ15 አመት ሴት ልጇ ለቤተሰቡ ምግብ ታመላልስ የነበረች ልጅ በቅርቡ በኦሮሚየ ፖሊስ በደረሰባት ድብደባ ሞተች። ረሂማ እና እና የልጇ አባት የልጃቸውን ቀብር ተሳትፈው ሀዘናቸውን እንዳይወጡ አልተፈቀደላቸውም።
 
እነኚ ፎቶው ላይ የምትመለከቷቸው የ3 አመት ፣ የ6 አመት እና የ12 አመት ህፃናት ባዶ ኦና ቤት ያለ ቤተሰብ ቀሩ። የሚመግባቸው የሚንከባከባቸው ዘመድ ስላላገኙ ዛሬ ፍርድ ቤት ከረሂማ እናተቸውጋ ቀርበው ነበር፣ ፍርድ ቤቱም ልጆቹ ኸእናታቸውጋ እንዲታሰሩ አድርጓል። እንደዚ አይነት የመንግስት ግፍ ኦሮሚያ ላይ እና ከኦሮሞ ውጪ ሌላ ማን ላይ ይፈፀማል????
 
Oromo Political Prisoners Defence Team
Daa’immanni Oromoo Carraan Isaanii Mana Hidhaa Ta’e
Rahiimaa Gannaa jedhamti jiraattuu Aanaa Doddotaa Magaalaa Dheeraa turte. Ajjeefamuu Aartistii keenya Haacasluu Hundeessaa booda qabamtee dararaan daangaa hin qabne waajjira Poolisii Magaalaa Dheeratti irra gahaa ture. Amma L. G. 330812 irratti namoota 52 biroo wajjiin Mana murtii Waliigala Oromiyaa Dhaddacha bahaa irratti himatamtee jirti.
Abbaan warraa fi maatiin Rahiimaa geessa ta’e hundumtuu mana hidhaa jiru. Daa’imni waggaa 15 A/e Rahiimaa Waajjira Poolisii Magaalaa Dheeratti nyaata isaaniif deddeebisaa turte reebichi hangana hin jedhamne Poolisii humna addaa Oromiyaatiin irratti raawwatamee lubbuun daa’ima tanaa dabarte. A/e Rahiimaa fi abbaan warraa isii daa’ima isaanii tana awwaalachuu dhoowwamanii hanga ammaa booyicha keessa jiru.
 
Maatii A/e Rahiimaa keessas gaheessi manatti hafe hin jiru. Sabsba kanaaf Ijoolleen A/e Rahiimaa sadi kan umriin isaanii waggaa 3, 6 fi 12 ta’an saba hidhaatiin abbaa fi haadha ykn fira biroo malee mana onaa keessatti hafan. Harra dhaddacharratti A/e Rahiimaan ijoolleen isaanii filannoo biraa waan hin qabneef mana hidhaa isaan waliin akka turan gaafatan.
 
Manni murtii waliigala Oromiyaa dhaddachi dhaabbii bahaa dhaddacha harra(18/02/13) ooleen ijoolleen A/e Rahiimaa sadeen armaan gaditti ilaaltan tunniin haadha isaanii waliin mana hidhaa akka jiraatan ajajeera.
Yeroo daa’imman kuun mana barumsaatti ergaman daa’imman Oromoo mana hidhaatti ergamaa jiru. Maaltu Hafe jedhe Baqqalaan ilmi Garbaa
Daa’imman