Site icon Kichuu

Bilisummaan Oromoo dhiyaaateera!WBOn gaachanummaa isaa mirkaneessaa jira!

WBOn

Bilisummaan Oromoo dhiyaaateera!WBOn gaachanummaa isaa mirkaneessaa jira!

Qaqalloo ijoollen WBO akkana gooti

WBON abdii bilisuummaafi wabii jiraachuu saba Oromooti.
WBOn gaachanummaa isaa mirkaneessaa jira!
Godina Horroo Guruu Wallaggaa Aanaa Amuuruu ganda Hillaamuu jedhamu keessatti humni fanxaaleyyii Amaaraa maqaa ABO of irraa eegdu jedhuun sirni pp hidhachiise uummata Oromoo irratti lola banteen lubbuun namaa wareegameera. Itti dabaltee utuu humni fanxaaleyyii kun buufata fayyaa gubuuf yaaliirra jirtuu humni waraana bilisummaa Oromoo dirmateen uummata keenya rakkoo irraa hambiseera.

Artist TAADDALAA GAMMACHUU dhimma oromoof oromiyaan wal qabatee dhaamsa dabarfate!

Mataa Dhiiraa Awwaallee
Afaan Hayyuu Sakaallee
Dubbii gantuus wallalle
“Hin teenyu maalumatti teenyaa”
Ittumaa caale barri keenyaa…
Dubbannu miidhagaa laata?
#Deebite_Dubbiin_Alam_Mangistaataa” Qaallitti lafa dhiiraa
Gotni dhugaan achi jira
Exit mobile version