Bilisummaa fi Dimookiraasiin Addunyaarraa Gad-adeemaa jira, Jedha Gabaasaan Sadarkaa Addunyaa Haarawa Bahe

Bilisummaa fi Dimookiraasiin Addunyaarraa Gad-adeemaa jira, Jedha Gabaasaan Sadarkaa Addunyaa Haarawa Bahe

Kan as Yunaayitid Isteetis keessa maadheffate, dhaabbatni “Freedom House” jedhamu haala qabinsa bilisummaa dimookiraasii biyyoota addunyaa ka bara 2019 irratti gabaasaa waggaa baase kana keessatti, “bilisummaa fi dimookiraasiin biyyoota addunyaa irraa gad adeemaa jira,” Jedha.

English news from the Voice of America. VOA news provides coverage from around the world and learning English lessons from VOA


Qophii Roobii harraaf qabnu caqsaa. Rakkoo teeknikaa numudateef sa’aatii dabarsinee, nu ofkalchaa. #VOAAfaanOromoo