Bilisummaa dhabuun akkana nama dhamaasa; bilisummaan hunda keessan bilisoomsa!!

Bilisummaa dhabuun akkana nama dhamaasa; bilisummaan hunda keessan bilisoomsa!!

Warri jara kanatti dhiyaattan gorfadha; Oromoo qabeenyaa fi mirga isaa tifkachuuf qabsootti jira. Qabsoon bilisumama Oromoo warra akaknatti diinaaf meeshaa ta’an amra bilisoomsuuf hojjachaa jira. Bilisummaa Oromoo keessaa Oromoo maratu fayidaa argata; nagaa argata; gammachuu argata.
Wallaaltota diinaaf meeshaa ta’an gorsanii gara qabsoo sabaatti deebisuun barbaachisaa dha.

OBN Sadaasa. 13, 2013- Qophii Addaa


Thank you very much for such powerful message. I’m so proud to see you in Parliament.
It’s very important to have people like you who are passionate and have a strong sense of social justice in parliament.
Congratulations
 

Today was a special day. Not only was it the opening of Parliament, but I had the privilege of giving my maiden speech.
I talked about my journey to this place and the people who have helped me get here. People have put their faith in me to represent low paid workers, former refugees and all New Zealanders who deserve to live a decent and dignified life.
Thank you for this privilege. I will continue to fight for you every day.

Soninaf Adem-jijjiiramtu-new Oromo music 2020


Walgeettii Artistoota Bilxiginnaa sana #Amiin_Jundiifaatu keessa ture”Amiin Jundiidhaa yoomii as Artistii tahe dhiiroo?

Poolisiin humna Addaa Oromiyaa Abiyy ‘ABO ajjeesaa’ jedhee gara bosona Gujiitti erge 1500 ol ta’an WBO tti Makamuun dhagahame.
Via: Abdurahman Badaso


Study the past if you would define the future. Abiy’s political endgame is the return of Amhara supremacy in Ethiopia, make no mistake. Are you ready for this?