Oduu Amma Nu Gahe-Bekele Gerba, Gurmesa Ayano, Addisu Bulala

OMN: Oduu Amma Nu Gahe -Bekele Gerba, Gurmesa Ayano, Addisu Bulala and others are freed

Breaking News
Bekele Gerba, Gurmesa Ayano, Addisu Bulala and others are freed
Oduu gammachiisaa!!
=============
Obbo Baqqalaa Garbaa,Obbo Dajanee Xaafaa,Obbo Gurmeessaa Ayyanoo ,Obbo Addisuu Bullaallaa kan biroo sadeen hidhaarraa gadhifaman!!
Injifannoo Qeerrooti!!!
Baga gammaddan!!
#Qeerroo
#QeerrooPower
La Aluta Continua!
Qabsoon itti fufa!

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*