Beeneshangul Itoophiyaa irra miidhaa mlaee bu’aa argatte hin beektu akkuma Oromoo

Beeneshangul Itoophiyaa irra miidhaa mlaee bu’aa argatte hin beektu akkuma Oromoo.

Jibbaa , akka bineensatti ilaalamuu fi qabeenya isaanii saamamuu qofa kan buufatan Itoophiyaa irra.


PP gaafa waan gootu wallaaltu Uummata dirqaman mana yaaste shanee balaaleffadhaa jettii.Oduu gootee TVn fiddee.


OPDO PP amma akkuma kanaan dura Finfinnee gadhiistee Adaamaatti galtee Wayyaaneedhaf amma immo maqaa Gadaa Special Economic zone jedhamuun Finfinnee nafxanyaa gadhiistee godina addaa Oromiyaatti magaalaa biraa ijaartee godaanuuf jettii.


UAE akka Abiy kanaan booda Drone hin fayyadamne dhorkitee, loltuun Ertiraa Amajjii 20, 2021 Tigiraayin gad dhiisee akka ba’uu dhiibbaa goteetti, good move.
  
 

Poolisiin Amaaraa akkasitti Gumuzitti xabataa jira. የጥላቻ ጥግ 
 
 
 
 
 
 
 

2 Comments

  1. Amahra elites and news outlets are deceiving the world through their propaganda desssiminating articles . They claim there is no socalled massacre of Gumuz, Tegarus , Agew and Kimant . I have here for you to read one evidence from zehabesha , amhara propaganda outlets, it reads as follow: While supporters of Ethiopia’s ousted Tigrayan leaders are using their impressive loot and extensive international contacts to raise false alarms of a non-existent genocide against Tigrayans, successive massacres have been factually raging against the Amhara people in various parts of Ethiopia.”

    For these thugs, amhara is the only humanity and being created by the image of God and likeness.

  2. Amahra elites and news outlets are deceiving the world through their propaganda desssiminating articles . They claim there is no socalled massacre of Gumuz, Tegarus , Agew and Kimant . I have here for you to read one evidence from zehabesha , amhara propaganda outlets, it reads as follow: While supporters of Ethiopia’s ousted Tigrayan leaders are using their impressive loot and extensive international contacts to raise false alarms of a non-existent genocide against Tigrayans, successive massacres have been factually raging against the Amhara people in various parts of Ethiopia.” For these thugs, amhara is the only humanity and being created by the image of God and likeness.

Comments are closed.