Beeksisa: Bor ganama Muddee 21,2019 Buraayyuutti Waajjira dhaaba keessan ABOtu banama.

Beeksisa: Bor ganama Muddee 21,2019 Buraayyuutti Waajjira dhaaba keessan ABOtu banama.

Waan ta’eef ummatni keenya Buraayyuu jiraattan guyyaa seena qabeessa kana irraa hin hafinaa isiniin jenna.

Qaama dhimmi ilaalu irraa

Sagalee Bilisummaa Oromoo