Uummanni Oromoo ce’umsaa bilisummaa amma argatee guddiffachuun tokkummaan jijiirama dhufe cimisachuu akka qabu, Pireziidantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Lammaa Magarsaa dhaaman

Above Single Post

OBN Sad 09, 2011 – Uummanni Oromoo ce’umsaa bilisummaa amma argatee guddiffachuun tokkummaan jijiirama dhufe cimisachuu akka qabu, Pireziidantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Lammaa Magarsaa dhaaman. Pirezdaanti Lammaan, qaamolee hawaasaa garagaraa fi bulchiinsaa Godinaalee Wallaggaa arfaan, Bunnoo Baddaalee, Iluu Abbaa Boor fi Jimmaa waliin Magaalaa Jimmaa mari’atan.

Muuxannoo Imala Oromiyaa(Sad,17,2018)

Below Single Post