BB$: ODUU OOLMAA OROMIYAA (FUL 3/2020)
BB$: FURGUGGEE
Furguggee Torbaanii teenya har’aatii qabxiilee armaan gadii furguggeessine.
1. Lola kallaatti Afuriin bulchiinsa Abiy Ahmaditti baname!
2. Dhibbaa gama Diplomaasiitiin siyaasaa Abiy irra gahaa jir
Qarree fi haawaanni Arsii waamicha harargee fudhachuun hiriira bahanii mootummaa irraa dhukkee kaasaa jiru. qaroominaa fi gootummaa keessani Addunyaatu haasa’a jira. Galannii keessani bilisummaa haa ta’uu. Dhiyootti ni injifanna. Gaafas warra Oromia hoggananii fi misoomsan keessaa isiin isa jalqabaa taatu . Waaqni isiin haa tiksuu. Qarree Power

Samuel Bekele
Hiriiraa BILISSUMMAA dhugaatiif taasiifamu isa kana. HAMTUUN hundii sirraa haa fagaatuu yaa abbaa dhugaa. yaa abbaa biyyaa
Imaala garii wbo wabii biyyaa
Hawwisoo Waraana Bilisummaa Oromoo”WBO”