BB$: Marii haala yeroo iratti DR Abdusamad Muhammedii waliin taasifne

BB$: Marii haala yeroo iratti DR Abdusamad Muhammedii waliin taasifne

“Kun Dirribaa Aangilaa kan rasaasaan bakka hedduu rukutamee, ajjeefamuun Iluu Galaan Riqicha laga Gubbaa Waashamoo maddiitti argamedha. Dirribaan FXG bara 2016 gaggeefame keessatti, hidhamee ture. Yeroo Kachalleen Amboo gubate dararaan hamtuu irra gahee ture. Namoota biroo waliin achitti reeffi argame”

 

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.