BARII FINFINNEE: Finfinneetti galmi barkumee qeerrodhaan guutame!!

 BARII FINFINNEE : Finfinneetti galmi barkumee qeerrodhaan guutame.

ONN : Qophii BARII FINFINNEE galma Miliniyam ykn Barkumee keessattii ABO tin kan qophaa’ee Amajjii 12 / 2020 (Amajjii 3/2012) FINFINNEE

Qoppii Wajira Adda Bilisumma oromo Damee Walloo magaala kamise Tumuraa jirra ijoollee walloo W B O A B O wajjin Gara Fuulduraatti isiniin Jenna

Tokkummaa Se’id


OMN: “Barii Finfinnee” Yaa’ii ABO Finfinneetti. ( Amajji 12, 2020 ) Oromia Media Network