Barattota Preparatory Magala Najjootti yunifoormii dhoqqee dibuun jibba

Barattota Preparatory Magala Najjootti  yunifoormii dhoqqee dibuun jibba Wayyaaneef qaban agarsiisaan.

Najjootti har’a barattoonni kutaa 12ffaa akkuma qormaata fixaniin yunifoormii isaanii dhoqqee dibuun jibba Wayyaaneef qaban agarsiisaa magaalaa keessa galan.


Oduu amma Godina Booranaa Magaalaa Mooyyalee irraa dhufte
“Jawaar akkam? Hidhattoonni liyyu hayil kan sumaalee poolisoota oromoyaa waliin dhukaasa walitti banana,nuti baqachaa jirra…makkalaakayaan jidduu seenuuf yaalaa jira. hordofnee siif gabaafna”

Via Jawar Mohammed


Qeerroo magaalaa mandii
MANDII

Godina Lixa Wallagaa Magaalaa Mandiitti akkuma qeerroo Najjoo barattoonni kutaa 12ffaa akkuma qormaata fixaniin yunifoormii isaanii dhoqqee dibuun jibba Wayyaaneef qaban agarsiisaa magaalaa keessa galan.