Barattoonni Oromoo Yuunversiitii Jimmaa mooraa lakkisanii ba’aa jiru.

Barattoonni Oromoo Yuunversiitii Jimmaa mooraa lakkisanii ba’aa jiru.

Barattoonni 12 kan ari’aman wayita mooraatii ba’aa jiranitti barattoonni kaanis “anis barataadha eenyutu walirraa hafa” jechuun mooraa lakkisanii ba’aa jiru.

KMN:- Amajjii 24/2020
ጅማ ዩኒቨርስቲ የሚማሩ የኦሮሞ ተማሪዎች ግቢዉን ለቀዉ እየወጡ ነዉ::
Barattoonni oromoo Yunivarsitii jimmaattii baratan mooraa gadi lakkisanii bahaa jiru.

ተማሪዎቹ ግቢዉን ለቀዉ ለምን እንደሚወጡ ሲናገሩ ” ከዚህ ቀደም ብዙ ተማሪዎች በመንግስት ደህንነትኢች ታፍነዉ እየተወሰዱ የት እንሚያደርሷቸዉ አናዉቅም ነበር, ይህ በእንዲህ እንዳለ ባለፈዉ ሰሞን ደግሞ 12 የሚሆኑ ተማሪዎች ከእንድ አመት እስከ ሁለት አመት የሚቆይ ቅጣት ተጥሎባቸዉ ከዩኒቨርሲቲዉ ተባረዋል:: እኛም የቀረነዉ ተማሪዎች የተባረሩት ተማሪዎች ለምን እንደተባረሩ ለማወቅ ከመሃላችን ተማርዎችን መርጠን ወደ ሴኔቱ ብንልክም የተመለስልን መልስ ” ከላይ የመጣ መልዕክት ነዉ”የሚል ነበር::

ስለሆነም እኛም ተራ በተራ ከምንባራር ብለን እንድ ላይ እኛ ጋር የለዉን ከዩኒቨርሲቲውን ንብረት አስረክበን ወደ ቤተሰቦቻችን ለመመለስ ወስነናል” ብለዋል::

Barattoonni kunneen akka jedhanitti “barattoonni hedduun nu gidduudhaa humna tikaatin butamanii iddoo isaan geeffaman hin beeknu. Kun hafnaan tibba darbe kana immoo barattoota oromoo 12 baruumsa isaanirraa sababa hin beekkamneen waggaa tokkoo hanga waggaa lamaaf ariyan. Kanaaf badii isaanii nutti himaa jennee barattoota bakka nu bu’an filannee gara seeneetii Yunivarsitichaatti ergannus deebin nuu deebi’e “Ergama gubbaadhaa dhufe” kan jedhu qofa. Kanaaf nutis dabaree dabareedhaan hanga nu ari’anitti hin eegnu jechuudhaan qabeenya Yunivarsitii nu bira jiru deebisuudhaan oddoo gadi lakkifnee gara maatii keenyaatti deebi’uuf murteeffanneerra” jedhan.