Baqattoonni Itoophiyaa Masrii Keessatti Loogiif Saaxilamne Jedhan.

Baqattoonni Itoophiyaa Masrii Keessatti Loogiif Saaxilamne Jedhan.

Masrii keessa baqattoota biyyoota Afrikaa Uffee Sahaaraa gadii 100,000 oltu jira. Baqattoonni kun sababa waldhibdee hidha laga Abaayaatin Masrii keessatti jibbaa fi hammeenyaaf saaxilamaa jiraachuu dubbatan.