Balfa Sheer Itiooophiyaa: Dhaabbanni Sheer Itiyoophiyaa balfa dhangala’aa Dambalitti gadi lakkisuun nu hubaa jira jedhan jiraattonni.

BALFA SHEER ITIYOOPHIYAA: [OBN 03 09 2010] Dhaabbanni Sheer Itiyoophiyaa balfa dhangala’aa Dambalitti gadi lakkisuun nu hubaa jira jedhan jiraattonni.

Sheer Itoophiyaa kun hanga ammaa hin cufamnee? Yakka kana hunda argaa maal eegaa jira MNO? Hamma ummanni bahee gubuufi moo?


OMN: QE’EE OROMIYAA Caamsaa 10/2018
Haala raafama Oromiyaa gama Kibbaa Godina Gujii, Tarkaanfiilee Humnoonni Mootummaa Ummata Irratti Fudhatanii fi Ugguramu Hayyama MIDROC Kan Iaalu irratti Gabaasaa Qe’ee Oromiyaa Hordofaa.