Balaa konkolaata? lubbuu namoota 17 galaafatee jira. Oromiyaa

Balaa konkolaata? lubbuu namoota 17 galaafatee jira.

Balaa konkolaata? Lakkii ani hin amanu. Kun gochaa balleessanii baduuti malee balaa konkolaata miti. Konkalaataan daandii dheeraa nagaan deemaa dhufee bakka hawaasi jirutti goree nama fixu balaa konkolaata ta’uu hin danda’u. Karooraan wanta raawwatamedha. Gochaan kun yaalii Oromoo fixuuf itti jiramu keessaa isa tokkodha jedheen amana.

Balaa Suukaneessaa

Konkolaataa Geejjiba Ummataa ‘TATA’ jedhamuun beekkamu, ganama har’aa Oromiyaa Dire Dawa irraa gara FINFINNEE otuu adeemaa jiru, Magaalaa HIRNAA keessattii gara galudhaan hanga oduun kun nu gaheetti lubbuu namoota 17 galaafatee jira.

አሳዛኝ_ዜና
ዛሬ ረፋድ ላይ Oromiyaa ከድሬ ደዋ ወደ ፊንፊኔ ሲጓዝ የነበረ የህዝብ ማመላለሻ ተሽከርካሪ ሂርና ከተማ ዉስጥ በመገልበጡ የ17 ዜጎች ህይወት ተቀጠፈ፡፡

Via  Massii Sanyii Fayisa Lelisaa