Ambo : Dheengadda Dr Abiy bakkuma itti “Bilisoomneerra” jedhee galetti, Oromoon barnootarraa hari’amaa, hidhamaa jira.

Ambo : Dheengadda Dr Abiy bakkuma itti “Bilisoomneerra” jedhee galetti, Oromoon barnootarraa hari’amaa, hidhamaa jira.

Dheengadda Dr Abiy bakkuma itti “Bilisoomneerra” jedhee galetti, Oromoon barnootarraa hari’amaa, hidhamaa jira.
hiikkaan bilisummaan kun mana ODPtti adda ta’uu isaa ti. Bilisummaan argameera garuu Kan Oromoo osoo hintaane, Kan dhaaba OPDO’ti.

Mudde 26/2018: Ambo university yeroo amma kana