Bakki isaa Wallaggaa dha. Polisiin Oromiyaa namoota ta’e qabanii lafa ciibsanii jiru.

#Raajii_dhagayaa! Bakki isaa Wallaggaa dha. Polisiin Oromiyaa namoota ta’e qabanii lafa ciibsanii jiru. (Oromoota

shanee deegaru jedhamaniidha) jedhu namoonni. Amarri itti nannahanii afaan Amariffaan “Yigedelulin,
yigedelulin” (Nuuf Ajjeesaa!, nuuf haa ajjeefamni!) jedhanii iyyan..
Polisiin Oromiyaa iyya jara Amaraa kana erga dhagahee booda akkuma isaan gaafatanitti
dhukasee ajjeesefi. Warri “Nuuf haa ajjeefaman” jechaa turan Iyyanii
gammachuu isanii ibsatan. Yaa Rabbi ati argite!

Diinummaa Sirna nafxanyaa Abiyiin durfamu kana ilaalaa:
Taateen kun kan raawwate Giddaa Ayyaanaa keessatti.
Ijoollee WBO Naannicha keessa sochootutu qabame. Ilmaan Nafxanyaa qubannaa dhaan achi jiraattu marsitee “nuuf haa ajjeefaman (ይገደሉልን)” jettee iyyiti. Poolisii Oromiyaa raasaa itti roobse.


Caaltuu Saanii, Taayyee Danda’aafi Hangaasa Ibrahim ajaja isaanii Hararghee qofa keessatti ilmaan Oromoo nama 200 oliitu ajjeefame, Ajaja isaanii Hararghee qofa keessaa Ilmaan Oromoo 10,000 oltu hidhaa jira…!! Yaa jarana dhiigni ilmaa Oromoo maaloo isinitti dhaga’amuu qaba…!! Kan sababaa ajaja keessaniin ajjeefame dhaloonni gumaa ni baafata..Ilmaan Oromoo kuma kudhanii (10,000) ol kana Hararghee Manneen hidhaa gara garaa keessatti hiraarfamaa jiran akkuma hiisiftan sanatti hiiksisaa..!! Paartiin Bilxiginnaa Ammas ummata Oromoo irraa hidhaa, doorsisa, reebichaafi Ajjeechaa dhaabaa…..!!!!


“በሰው እጅ ነው ያለሁት” ልደቱ አያሌው፣ ‘ግንድ አልብሱ’ የልደቱ አባት| ETHIO FORUM