Bakki irratti wal lolaa jirru riqicha hallayyaa-bowwaa gubba jiru.

Bakki irratti wal lolaa jirru riqicha hallayyaa-bowwaa gubba jiru.

Uummata harka qullaa qabsaa’ee bilisa nu baase kana waa’ee qabsoo barsiifna miti irraa baranna malee obboo Leencoo Lataa OMN irrattii

Walaloo Barnootaa #Seenet
Sagantaa #Waliif_Education qopheesse irratti
#Waliif Seenet bareedduu kanaaf hanga isheen barnoota ishee xumurtutti #Scholarship kenneefii jira
Mucaan Kun Hedduu Ajaa’iba Dhugaa Waaqaa.
Guddadhu jedhaanii
#Waliif #Seenet #WalalooOromoo #Waloo



ONN LIVE . Muddee 22 2018 Simannaa ABO Lixa Shaggar Ona Jalduu Magaalaa Goojjo Mudde 16 2018

Diinni guyyaa nuti walitti dhukaasuu egallu eega jira waan ta’ef isaaniif qaawwaa banuu hin qabnu.
PMNO Obbo Lamma.M
Nov 3, 2018


#DirreDhawa
Waldhabde barattoota Oromoo fi Somaalota gidduutti Yuunibarsitii Dirre Dhawa keessatti mudateen. Humni waraana Mootumma moora galuun ijoollee Oromoo hadhaa jira.

Shukri Jamal – Wal Sakaallee

Bakki irratti wal lolaa jirru riqicha hallayyaa/bowwaa gubba jiru. Walgalaafachaa akka jirru waan quba qabnu hin fakkaatu. Viidiyoo kana ilaalaa keessatti if arga


ONN:Badii fii Cubbuun ABO maali? Qophii Doyaa Marii.Muddee 22/2018