Baha Oromiyaa keessatti, WBO fi Qeerroo Bilisummaa..

Baha Oromiyaa keessatti, WBO fi Qeerroo Bilisummaa Oromoo WBO’tti makamuuf bosona seenaa jiran irratti sakattaa jabaan humna qilleensaa fi lafoon geggeeffamaa jiraachuu.

Abbootiin qabeenyaa Oromoo baankii irraa maallaqa isaanii akka hin baafanne dhorkamuu; Abbootii qabeenyaa kanneen maallaqa ofii harkatti qabatanii hojiif bobba’an irraas maallaqni isaanii LMKII’n [eegdota keellaan] saamamaa jiraachuu. Lixa Oromiyaa: LMKII hedduun WBO’tti harka kennachaa jiraachuu. Uummatni Oromoo WBO fi qabsoo hidhannoo jabeessuun akkaan barbaachisaa ta’uu. Tarkaanfiin ergamtoota diinaa irratti QBO’n fudhatamu itti-fufee jiraachuu #RSWO – Fuulbana 15, 2020

Shira Kallattii Shanaffaa
Yeroo duulli roga arfee: (nafxanyaa, OPDO dullattii, ergamtoota diinaa fi PP) ummata keenya irratti labsamee jiru kanatti diina roga shanaffaa ta’uun baga as baatan! Shira eegaltan kanaan qabsoon Oromoo xiqqoo daddaaqamuu mala. Qabsaa’onni keenya qaqqaaliin wareegama hin malle baasuu malu.
Garuu, abadan qabsoon Oromoo karaatti hin hafu; shaira jalqabdan kanaan ofumaaf walnyaattanii addaan facaatu! Qabsoo unmataa kamiyyuu keessatti gantoonni hoofkalanii hin beekan.
Qabsoon Oromoo dhaloota akka dungoo gubatanii unmataaf Ifa ta’an geessifateera!!
Kana Yeroo gabaabaa keessatti argitu.

አማርኛ ዜና – በአዲስ አበባ የሚኖሩ ተጋሩ በመንግስት የፀጥታ ሃይሎች ጥቃት እየደረስብን ነው አሉ። መስከረም 05/2013 ዓ/ም

OMN: Amharic News (Sept 15, 2020)

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.